Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Luqaas 5:3 - Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee hoboloowwan keessaa gara takkati'ii gara ka Simoonii taatee irra ni baye. Simooniin'llee, «Hoboloo kana arddii lafa gara garba ciisa'aa muraasa naa hiissi mee!» ni jedheen. Kanaan duubatti'llee hoboloo irra taa'ee, ummata barsiisuu, jala ni qabe.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Yabala Simoonii keessa seenee, Lafa irraa diqqoo gara galaanaa keessa akka siissu isa kadhate. Achiin maayii Yabalattii irra taa'ee Banii barsiisa'aa ture.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Yabala Simoonii keessa seenee lafa irraa diqqoo gara galaanaa keessa akka siissu isa kadhate. Achiin maayii Yabalattii irra taa'ee banii barsiisa'aa ture.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Luqaas 5:3
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yesus garba ciisaa Galiila'aa biraan yeroo dabrru qurxummii qabddoota ka turan obboleeyyan lamaan, isaan'llee Phexiros ka jedhame Simoonii fi obboleessi isaa Indriyaas, tabbaarrii isaanii gara garba ciisa'aa titti yoo darbbatan ni arge.


Namoota baayi'ee dhukkuba isaanii irraa, isaan fayyisee waan tureef, worri dhukkubaan makkaraaran marrinuu harka isaaniitiin isa tuqu'uuf barbaadanii, ni haccuucaniin ture.


Baayi'nna ummataa irraa kan ka'een akka isa hin haccuu'cineef, hoboloo qopheessanii akka dhiyeessaniif, barattoota isaa ni ajaje.


Inni'llee gara hundda garba ciisa'aa biratti dhiyaatanii ka dhaabatan, hoboloowwan lamaa ni arge, qurxummii qabddoonni garuu hoboloowwan irraa bu'anii, tabbaarriiwwan isaanii ni miican ture.


Guyyaa itti aanutti ganama obboroo gara Mana Waaqeffanna'aa deebi'ee ni dhufe, ummanni marri'llee gara isaa ni dhufan, inni'llee taa'ee isaan ni barsiisa ture.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ