Wongeela Luqaas 5:2 - Waadaa Haarawa2 Inni'llee gara hundda garba ciisa'aa biratti dhiyaatanii ka dhaabatan, hoboloowwan lamaa ni arge, qurxummii qabddoonni garuu hoboloowwan irraa bu'anii, tabbaarriiwwan isaanii ni miican ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA2 Yabaloota lamaan qaccee galaanaa dhaabatan argee; worri qurxummii qaban ammoo yabala ufii keessaa bayanii siiboo isaanii miica'aa turan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Yaballan lamaan qaccee galaanaa dhaabatan arge; worri qurxummii qaban ammo yabala ufii keessaa bayanii siiboo ufii miica'aa turan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |