Wongeela Luqaas 3:3 - Waadaa Haarawa3 Kanaaf Yohaannis, laga Yoordaanosii naannaya biyyoota jiran mara keessa dedeebi'a'aa, «Cubbuu keessaniif dhiifama akka argattaniif, gara Waaqaa deebi'aatii cuuphamaa» jedha'aa, ni barsiisa ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3-6 Yohaannis biyya naannoo Yoordaanosii keessa deemee, «Cubbuu keessan irraa deebi'aatii cuuphamaa'a; Rabbillee cubbuu keessan isinii araarama» jedhee lallabe. Kitaaba Raatticha Isaayyaasii keessatti, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a; karaallee qajeelchaa'a! jedha'aa laagaan nama biyya gammoojjii keessatti iyyuu, Qileen maruu haa guuttamuu, gaarrinii fi gooddi maruu gadi haa jedhuu, karaan daddabaanillee qajeelaa haa ta'uu, namni foon uffate maruu fayyisuu Rabbii haa arguu;› » jedhamee akkuma barreeffame cuuphaa dhiifamsa cubbu'uu lallaba'aa gara biyya naannaya Sooriya'aa maraa dhaqe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3-6 Yohaannis biyya naannoo Yoordaanosii keessa deemee, «Cubbuu keessan irraa deebi'aatii cuuphamaa'a; Rabbillee cubbuu keessan isinii araaramaa» jedhee lallabe. Kitaaba Raatticha Isaayyaasii keessatti, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a! karaallee qajeelchaa'a! jedha'aa laagaan nama biyya gammoojji'ii keessatti iyyuu, Dhoondhi maruu haa guuttamuu! gaarrinii fi tulloonni maruu haa diriiruu, karaan daddabaanillee qajeelaa haa ta'uu, namni foon uffate maruu fayyisuu Rabbii haa arguu!› » jedhamee akkuma barreeffame cuuphaa dhiifamsa cubbu'uu lallaba'aa gara biyya naannaya Sooriya'aa maraa dhaqe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |