Wongeela Luqaas 2:4 - Waadaa Haarawa4 Yooseef'llee dhaloota isaatiin fiixaa Daawiitii waan tureef, magaalaa Naazireetii ta biyya Galiila'aa titti argamittuu ka'ee, gara magaalaa Daawiitii ta biyya Yihuda'aa titti argamittuu, gara Bethliheemii ni deeme. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA4-5 Yooseefillee akkasuma dhalootaan fiixaa Daawitii waan ta'eef, qachaa Naazireeti ta Galiilaa keessatti argamtu bayee gara qachaa Daawitii ta biyya Yihuudaa Beetaliheemiin dhaqe; inni galmaayu'uuf Maariyaamii qaadhima isaa ta ulfaa woliin achi ol baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4-5 Yooseef akkasuma dhalootaan fiixaa Daawitii waan ta'eef, qachaa Naazireeti ta Galiilaa keessatti argamtuu bayee gara qachaa Daawitii ta biyya Yihuudaa Beetaliheemiin dhaqe; inni galmaayu'uuf Maariyaamii qaadhima isaa ta ulfaa woliin achi ol baye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |