Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Luqaas 2:3 - Waadaa Haarawa

3 Kanaaf tokko tokkoon namaatuu maqaa isaa galmeesisiisu'uuf, gara biyya dhaloota isaa ni deema ture.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Namoonni martinuu galmaayu'uuf gara qacha'aa deeman.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Namoonni martinuu galmaayu'uuf gara qacha'aa deeman.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Luqaas 2:3
5 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yeroo sanitti bulchiinsa Rooma'aa keessa namoonni jiran marrinuu akka laakayamaniif, nugusa Roomaa Awugusxosiin biraa ni labissaman.


Laakkofssi ummataa ka jalqabaa kun'llee yeroo raawwatametti, Qerneewos bulchaa biyya Sooriya'aa ni ture.


Yooseef'llee dhaloota isaatiin fiixaa Daawiitii waan tureef, magaalaa Naazireetii ta biyya Galiila'aa titti argamittuu ka'ee, gara magaalaa Daawiitii ta biyya Yihuda'aa titti argamittuu, gara Bethliheemii ni deeme.


Galmeefamu'uuf ka deeme'llee ulfoofttee ka turtte, qaadhimaa isaa Maariyaamiin woliin ture.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ