Wongeela Luqaas 2:2 - Waadaa Haarawa2 Laakkofssi ummataa ka jalqabaa kun'llee yeroo raawwatametti, Qerneewos bulchaa biyya Sooriya'aa ni ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA2 Galmaayuun namaa kun jalqaba hennaa Qernewos biyya sooriyaatitti bulchaa ture ta'e. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Galmaayuun namaa kun jalqaba hennaa Qernewoos biyya Sooriya'aatitti bulchaa ture ta'e. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Nugufnni Rooma'aa Xibaariyos nugusa ta'ee woggaa kudha shanaffaa titti, pheenxenaawichi philaaxos bulichaa arddii Yihuda'aa ni ture, Heerodis bulichaa biyya Galiila'aa ni ture, akkuma kana obboleessi isaa Filiphoos bulichaa biyya Ixuriyaasii fi xiraakonidoos, Liisanyoosii fi bulichaa Abileene'ee ni turan,