Wongeela Luqaas 1:3 - Waadaa Haarawa3 Akkuma kana ani jalqabumaa kaasee, waan maraa ufi eegganna'aan eega qoradheen duubatti, seenaa isaa tartiibaan siif barreessuun, mishaa ta'ee isaa ni argadheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Anillee gara kiyyaan abuurraa maraan uf eegganna'aan haga qoradheen maayessa seenaa akka tartiiba eeggateen sii barreessuun akka waan mishaa ta'e arge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |