Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Wongeela Luqaas 1:2 - Waadaa Haarawa

2 Ergaa kana nuuf worri dabarssan, jalqabumaa kaasee ragoota ijaan arganii fi tajaajilttoota dubbii isaa worra turan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Seenaan kun ka worri ijaan arganii fi worra tajaajilaa dubbii Waaqaa turan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Wongeela Luqaas 1:2
25 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Barattoonni isaa'llee bakka mara deema'aa ni barsiisaan, Gooftaan'llee isaan woliin ni hojjataayyu ture. Aangoo baasota taasisu'uu'llee isaaniif kennu'uun, dhugaa ta'uu barsiisa isaanii'llee ni mirkaaneessa ture.]


Isin'llee jalqaba irraa kaasee anaan woliin waan turttaniif, ragaa ni baatan» jedhe.


Kana isinitti dubbachuun kiyya garuu, yeroon yoo gayu maal akka isiniin jedhe, akka yaadattaniif.» «Kana maraa asiin durana ka isinitti himuu dhabe, isin woliin waan tureef.


Rakkinna baayi'ee fudhatee eega du'een duubatti ragoota baayi'ee ifa ta'aniin jiraataa ta'ee isaanitti ni mulidhate, guyyoota afurtamaa guutuu isaanitti muldhata'aa, waayee Mootummaa Waaqaa isaan ni barsiise.


Garuu Hafuurri Qulqulluun isin irra yeroo bu'etti huminna ni argattan, yeroo san Yerusaalemitti, arddii Yihuda'aa, Samaariyaa maratti, haga daangaa arddi'ii titti ragoota kiyya ni taatan.»


Phergeemtti'llee dubbii Waaqaa eega barsiisaniin duubatti, gara Ataaliyaa ni deeman,


Phaawulos fi Siilaas Isiya'atti dubbii Waaqaa akka hin dubbanneef Hafuurri Qulqulluun waan isaan dhoogeef, biyya Firigiyaa fi Galaatiyaa, dabrranii ni deeman.


Yihudonni Beeriyaa jiran worra Tasaloonqee jiran irra, ilalcha qajeelaa ka qaban waan turaniif, dubbii gammachuu ol aanaan ni fudhatan, dhugummaa dubbii'llee mirkaneessuuf, guyyama guyyaan kitaabban Qulqulluu'llee ni qoratan ture.


Amma garuu ka'iitii miila keetiin dhaabadhu, ani ka sitti muldhadheef ija amma nana argiteenii fi ufi durana'llee waan ani sitti muldhisuun tajaajilaa fi ragaa akka naaf taatuuf, si muuduuf barbaadeeti.


Nu ammoo waan arginee fi dhageenne dubbachuu keenna hin dhiifinnu» jedhan.


Amanttoonni bittinnaayan'llee bakka dhaqan marrattuu, dubbii Waaqaa ni barsiisan ture.


Kennaan isaa ka bilisaa kun'llee ka naaf kenname dubbii Waaqaa ka gammachu'uu ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannetti himu'uun akka qeesichaa ta'ee Yesus Kristosiin tajaajilu'uuf, kanaaf ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne Hafuura Qulqullu'uun ka Qulqullaawoma argatee fi kitimaa Waaqa'llee gammachiisu ta'anii akka dhiyaataniif ni tajaajila.


Eegaa naminni marrinuu nu'u tajaajiltoota Kristosii akka taane, dhossaa Waaqaa'llee ibisu'uuf yaboon ka nutti kenname worra yaboo fudhanne itti gaafataminni ka nuuf kenname, akka taane taasisee nu lakkaayuun ni mala.


Eegaa nu'u fayyinna ol aanaa kana shilla ka jennu yoo taane attamitti jalaa baana ree? Fayyinna kana'llee jalqaba ka dubbate Gooftaa mataa isaati, isa irraa namoonni dhagayan'llee, kanuma nuuf mirkaneessanii jiran.


Eegaa ani isaaniin woliin jaarssa woldaya amantii ka ta'e, rakkinna Kristosii'llee ragaa ka ta'e, akkuma kana ulfinna ufi durana mulidhatuu'llee qoodamaa ka ta'u, jidduu keessan ka jiran jaarssotii woldayaa amanti'ii ni gorssa.


Waayee huminna Gooftaa keenna Yesus Kristositii fi waayee deebi'ee dhufiinssa isaa'llee yeroo isinitti himnnetti, mataa keennaa gaachena isaa ija teennaan arginee ka ragaa baannu malee, mammaaka daba ka namaatiin karoorffame horddofinneetii miti.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ