Gara Worra Filiphisiiyusii 3:17 - Waadaa Haarawa17 Yaa obboleeyyan kiyya! Worra fakkeennummaa kenna horddofan maraa, hubadha'aatii laalaa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA17 Obboleeyyan tiyya! Worra na fakkaattan ta'aa'a. Akkuma nullee fakkeenna isinii taanu, akkasumma worra fakkeenna keennaan deddeebi'u laalaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu17 Obboleeyyan tiyya! Worra na fakkaattan ta'aa'a. Akkuma nullee fakkeenna isinii taanu, akkasumma worra fakkeenna keennaan jiraatu laalaa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |