Gara Worra Filiphisiiyusii 2:4 - Waadaa Haarawa4 Akkuma kana tokkoon tokkoonuu faayiddaa mataa ufii qofa uduu hin ta'in, faayiddaa nama bira'aa'llee haa yaadu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA4 Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin, waan hiriyyaa isaatii ta'u malee. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin; waan hiriyyaa isaatii ta'u malee. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |