Gara Worra Filiphisiiyusii 2:26 - Waadaa Haarawa26 Isa gara keessan ka ergu'llee mara keessanuu argu'uuf yaaduu isaatii fi isaan'llee dhukkubsachuu isaa dhagayu'uun waan sarddameef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA26 Inni isin maraa arguu waan yaadeeruuf akka dhibame waan dhageettaniirtaniif gaddeera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu26 Inni isin maraa arguu waan yaadeeruuf akka dhibame waan dhageettaniirtaniif gaddeera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |