Gara Worra Filiphisiiyusii 2:23 - Waadaa Haarawa23 Kanaaf dhimmi kiyya maal irra akka gayu eega hubadheen duubatti Ximotewosiin dadafaan gara keessan akka isiniif ergu, abddii ni taasisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA23 Eegasuu dubbiin tiyya maal akka ta'u hennaa beeke, dafee isa akka ergu abdii godha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu23 Eegasuu dubbiin tiyya maal akka ta'u hennaa beeke, dafee isa akka ergu abdii godha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |