Mudhata Yohaannisii 9:8 - Waadaa Haarawa8 rifeenissa mataa dubartti'ii ka fakkaatu rifeenissa ni qaban turan, ilkaan isaanii'llee ilkaan leenccaa ni fakkaata ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA8 Rifeensa akka rifeensa dubarti'ii fakkaatu qaban Ilkaan isaanii akka Ilkaan leencaa ti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Rifeensa akka rifeensa dubarti'ii fakkaatu qaban; ilkaan isaanii akka ilkaan leencaati. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |