Mudhata Yohaannisii 9:7 - Waadaa Haarawa7 Awwaannisoonni'llee faradoo woraanaaf qophaayan ni fakkaatan turan, mataa isaanii irra waan gonfaan worqqi'ii fakkaatutu jira ture, fuulli isaanii fuula namaa ni fakkaata ture, အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA7 Bifti Awwaannisaa akka faradoo lolaaf qophooftee mataa isaanii irraa gulloo worqii fakkaatu qaban, fuulli isaaniillee akka fuula namaa ti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Bifti Awwaannisaa akka faradoo lolaaf qophooftee mataa isaanii irraa gulloo worqii fakkaatu qaban; fuulli isaaniillee akka fuula namaati. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |