Mudhata Yohaannisii 9:19 - Waadaa Haarawa19 Huminni farado'oo afaan isaaniitii fi eegee isaanii irra ture, eegeen isaanii'llee bofa ni fakkaata mataa bofaa'llee ni qaba, nama'llee ka miidhan isaan ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA19 Baalliin farado'oo afaan isaaniitiif eegee isaanii irra waan ta'eef, eegeen isaanii bofa fakkaata. Mataallee hin qaban, sanniinillee hin miidhan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu19 Baalliin farado'oo afaan isaaniitii fi eegee isaanii irra waan ta'eef eegeen isaanii bofa fakkaata. Mataallee hin qaban, sanniinillee hin miidhan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Balaawwan kanniiniin du'a irraa ka hafan fiixaan ilma namaa hujii harka isaanii irraa dhiifamaan gara Waaqaa hin deebine, jinniiwwanii fi worqqii, meeta, sibiila diimaa, dhaga'aa fi muka irraa ka hojjataman laaluu yookiin dhagayuu, yookiin waaqolee harkaan hojjataman ka deemu'uuf hin dandeenne, waaqeffachuu'llee hin dhiifnne.