Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 9:16 - Waadaa Haarawa

16 Baayi'inni hoomaa worra farado'oo miliiyoona kuma dhibba lama ta'uu isaa, ni dhagaye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

16 Laakkofsi loltuu farado'oollee shikita hennaa shikitaa, shikita hennaa shikitaa ti jedhu dhagaye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

16 Laakkobsi loltuu farado'oollee shikita hennaa shikitaa, shikita hennaa shikitaati jedhu dhagaye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 9:16
7 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Garasi'llee yoo laalu teesso'oo fi bineensota, naannaya jaarsota'llee qoonqqa maleyikkoota baayi'e'ee ni dhagaye, baayi'nni isaanii'llee kuma baayi'e'ee fi miliiyoona baayi'e'etti ka lakkaayamu ture,


Laakkofssa namoota chaapheffamanii'llee ni dhagaye, gosoota Israa'eelii mara keessaa laakkofssi namoota chaapheffamanii, kuma dhibbaa fi afurtamaa ni ture.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ