Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 8:5 - Waadaa Haarawa

5 Kanaan duubatti maleyikkichi girgiraa qabatee furidda irraa ibidda itti guutee gara arddi'ii ni darbbeen, qoonqqa hangaasu'uu, bakakka'aa fi sochiin arddi'ii'llee ni ta'e.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

5 Maleekkaan girgiraa qabatee ibidda hulee ciinca'aatii itti guuteeti gara lafaa gadi darbe; laagaan gigissa'aatiif bakakka'aa dhagayamee laftillee hin sochoote.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

5 Maleekkaan girgiraa qabatee ibidda hulee ciinca'aatii itti guutee gara lafaa gadi darbe; laagaan gigissa'aatii fi ka bakakka'aa dhagayamee laftillee hin sochoote.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 8:5
24 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Ummanni ummata irratti, mootummaan'llee mootummaa irratti woraanaan ni ka'a, bakka adda addaa titti'llee beelaa fi sochiin arddi'ii ni ta'a.


Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Kunoo! Ani arddii irratti ibidda fidee jira, eegaa dafee yoo naaf bobayee attamitti jaaladha ture!


Dimmaa hunddeen mana hidhaa haga socho'utti sochiin arddi'ii ol aanaan ni ta'e, balballan mana hidha'aa marrinuu yeroma tokkoon ni banaman, birbiraanni hidhamttoota tokko tokkootuu harka isaanii irraa ni hiikkame.


Kadhanna'aa eega xumuraniin duubatti, bakki itti wol gayanii jiran ture ni raafame, marri isaaniituu Hafuura Qulqulluun ni guuttaman, dubbii Waaqaa'llee sodaa malee uggiinssaan ni dubbatan.


Saa'aatima sanitti sochiin arddi'ii ol aanaan ni ta'e, harka kudhan keessaa harki tokkoon magaalatti'ii'llee ni diigame, sababa sochii arddi'iitiin'llee namoonni kuma torbaa ni du'an, du'a irraa ka haalaan'llee haalaan ni sodaatan, Waaqa sami'ii'llee ni kabajatan.


Samii ka jiru Manni Waaqaa ka waaqeffanna'aa'llee ni baname, taabonni isaa ka waada'aa'llee Mana Waaqeffanna'aa keessatti ni mulidhate. Bakakkaa, qoonqqa manddiisu'uu, sochii arddi'iitii fi baradaan ol aanaan'llee ni ta'e.


Teessoo irraa'llee qooniqqa bakakka'aatii fi hangaasu'uu'llee ni bayan turan, teessoo durana'llee ka bararan xomborraawwan torbaa ni jira turan, isaan'llee hafuurota torbban Waaqaati.


Kanaan duubatti Hoolichi chaaphaa jahaffaa yeroo banetti gara isaa ni laale, kunnoo sochiin arddi'ii ol aanaan ni ta'e, aduun akka uffata gurraacha gaddaa titti ni gurraachoftte, jiin marri'llee akka dhiigaa titti ni diimatte,


Girgiraa worqqi'ii ka qabatee jiru maleyikkaan bira'aa dhufeeti, furdda biraan ni dhaabate, teessoo duranaan ka jiru furdda worqqi'ii irratti'llee, kadhannaa Qulqullu'uu woliin ka dhiyeessu ixaanni baayi'een ni kennameef.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ