Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 8:4 - Waadaa Haarawa

4 Aarri ixaanaa kadhannaa Qulqullu'uu woliin harka maleyikkichaatii, gara durana Waaqa titti ni baye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

4 Aarri hixaanaa faatee woyyoota woliin harka Maleekka'aatitti afoo Rabbiititti ol baye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Aarri hixaanaa faatee woyyoota woliin harka Maleekka'aatitti afoo Rabbiititti ol baye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 8:4
7 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Mana Waaqeffanna'aa keessatti'llee ixaanni yeroo aarffamutti, ummanni marrinuu ala dhaabatanii ni kadhatan turan.


Guuttatee gara maleyikkichaa laaleeti nayu'uun, «Yaa Gooftaa! Maali'i?» ni jedhe. Maleyikkichi'llee akkana jedheen, «Kadhannaan keetii fi arjjoomnni hiyyeesotaaf taasfttu'llee yaadannoo mishaa ta'ee, gara Waaqaa ol deemee jira,


Manni Waaqeffanna'aa'llee ulfinnaa fi huminna Waaqaa irraa ka ka'een aaran ni guuttame, maleyikkoonni torbaan ka qabatanii jiran balaawwan torbaa haga yeroo raawwatamanii titti, eennu'llee gara Mana Waaqeffanna'aa titti aseenu'uuf hin danddeenne.


Girgiraa worqqi'ii ka qabatee jiru maleyikkaan bira'aa dhufeeti, furdda biraan ni dhaabate, teessoo duranaan ka jiru furdda worqqi'ii irratti'llee, kadhannaa Qulqullu'uu woliin ka dhiyeessu ixaanni baayi'een ni kennameef.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ