Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 7:5 - Waadaa Haarawa

5 Gosa Yihuda'aa keessaa ka chaapheffaman kuma kudha lama, gosa Robeelii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

5 Gosa Yihuuda'aa keessaa kuma kudha lama, gosa Robeelii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama, gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

5 Gosa Yihuuda'aa keessaa kuma kudha lama; gosa Roobeelii keessaa kuma kudha lama; gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama; gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama;

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 7:5
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Laakkofssa namoota chaapheffamanii'llee ni dhagaye, gosoota Israa'eelii mara keessaa laakkofssi namoota chaapheffamanii, kuma dhibbaa fi afurtamaa ni ture.


gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama, gosa Niftaalemii keessa kuma kudha lama, gosa Minaase'ee keessaa kuma kudha lama,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ