Mudhata Yohaannisii 7:13 - Waadaa Haarawa13 Jaarsotii keessaa tokko gara kiyya deebi'ee, «Kunniin uffata adii ka uffatan eennu fa'a ree? eessaa'llee dhufan?» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA13 Manguddoota keessaa tokko deebisee, «Kunniin ka uffata adii uffatan eennuun fa'a? eessaa dhufan?» Naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu13 Manguddoota keessaa tokko deebisee, «Kunniin ka uffata adii uffatan eennuun fa'a? eessaa dhufan?» naan jedhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Phexiros'llee namoota yeroo argetti akkana isaaniin ni jedhe, «Yaa namoota Israa'eelii! waan kanaan waayee maali'iitiif maalalffattan? Maali'iif'llee guutattanii nu laalttan? Nu huminna keennaan yookiin hujii keenna misha'aan kana ka naminni akka tarkaanffatu taasise, waan taasfinne isinitti ni fakkaataa ree?
Kanaan duubatti ni laale, namoota haalaan baayi'e'ee ni arge, isaan'llee ummataa fi gosa maraa, worraa fi afaan adda addaa ka dubbatan irraa kan wolitti bayan ni turan, isaan kun uffata adii uffatanii, baala muka meexxi'ii harka isaanii titti qabatanii, teessoo isaatii fi Hoolicha durana dhaabatanii jiran ni ture,