Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 7:12 - Waadaa Haarawa

12 Akkana'llee ni jedhan, «Ameen farfannaa, ol aanttummaa, ogummaa, galataa fi ulfinni, humnnitii fi jabeenni'llee, Waaqa keennaaf, baraa haga baraa titti haa ta'u! Ameen.»

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

12 «Amiin! eebbii, ulfinni, ogummaan, galanni, jajamuun, hunninii fi jajjabeennillee baraa haga bara baraa Waaqa keennaaf haata'u! Amiin!» jedhan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

12 «Amiin! eebbii, ulfinni, ogummaan, galanni, jajamuun, hunninii fi jajjabeennillee baraa haga bara baraa Waaqa keennaaf haa ta'u! Amiin!» jedhan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 7:12
27 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Hamaa jalaa nu baasi malee, gara qormaataa titti nu hin galchin, [Mootummaan, huminnaa fi ulfinni'llee, bara baraan keeti, Ameen.› »]


Wonitti marrinuu ka argame isa irraa, isaan, isaaf, bara baraan ulfinni haa ta'u! Ameen.


Akkana ta'uu yoo dhabaate ammoo ati hafuuraan Waaqa yoo galateeffattu, waan ati jettu ka hin beekinne naminni keessummaan kadhannaa kee ka galataatiif, «Ameen» jechuu, attamitti danda'a ree?


Kun marrinuu faayiddaa keessaniif ka ta'e kennaan isaa ka bilisaa ka irraa hafee haguma namoota baayi'eef gayeetiin, galanni ulfinna Waaqaatiif ta'u akka baayi'atuuf.


isaa irratti hundoofttaniitii fi ijaaramttanii akkaataa barattaniiin, amantii keessaniin jabaadha'aatii jiraadhaa, galata guutee hafu'llee dhiyeessaa.


Karaa Yesusiitiin Waaqa Abbaa galateeffata'aa jechaan ta'ee huji'iin waan raawwattan maraa maqaa Gooftaa Yesusiitiin raawwadhaa, isaan'llee Waaqa Abbaa galateeffadhaa.


Inni qoftti Waaqa qorichaa keenna ka ta'e karaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin, duri irraa jalqabee, amma'llee, bara baraaf'llee ulfinnaa fi gachena, huminnaa fi aangoon isaaf haa ta'u! Ameen.


Ani'llee jiraata'a! du'ee ture, garuu kunnoo, bara baraaf jiraata'a, du'aa fi siiooliin irratti'llee aangoo ni qaba.


Jaarsotiin diddamii afuriitii fi bineensonni afurii'llee Waaqa teessoo isaa irra taa'ee jiruuf, kallacha isaaniitiin gonbbifamanii, «Ameen, haalleeluyaa!» jedha'aa, ni sagadan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ