Mudhata Yohaannisii 7:10 - Waadaa Haarawa10 qoonqqa ol aana'aan iyyaa'llee, «Fayyisiinssi ka teessoo irra ka taa'ee jiru, Waaqa keennaaf Hoolichaati!» ni jedhan ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA10 Laagaa gudda'aan, «Fayyinni Waaqa keenna ka teessoo irra ta'ee fi ka hoolaa Rabbiiti» jedhan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu10 Laagaa gudda'aan, «Fayyinni Waaqa keenna ka teessoo irra ta'ee fi ka hoolaa Rabbiiti» jedhan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Kanaan duubatti qooniqqi ol aanaa tokko sami'ii akkana yoo jedhu ni dhagaye, «Kunoo fayyisummaan, huminni, mootummaan'llee ka Waaqa keennaa ta'ee jira! Aangoon ka Mashichaa ta'ee jira! Obboleeyyan teenna Waaqa keenna duranatti halkanii fi guyyaa ka isaan ni saaxila ture, himataan obboleeyyan teennaa gatamee jira,