Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 4:7 - Waadaa Haarawa

7 Bineenssi jalqabaa leencca ni fakkaata ture, lammaffaa qotiyyoo ni fakkaata ture, sadaffaan fuula namaa fuula fakkaatu ni qaba ture, arffafaan'llee risaa bararu ka fakkaatu ture.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

7 Bineensa sanniin keessaa ka duraa leenca fakkaata. Ka lammaffa'aa waatiyyoo fakkaata. Ka sadaffa'aa fuulli isaa akka fuula namaati; ka arfaffa'aa ammoo bajjaan fakkaata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

7 Bineensa sanniin keessaa ka duraa leenca fakkaata. Ka lammeesso'oo waatiyyoo fakkaata. Ka sadeesso'oo fuulli isaa akka fuula namaati; ka arfeesso'oo ammo bajjaan fakkaata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 4:7
20 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yaa obboleeyyan! Waan hama'aaf daa'imman ta'aa malee, yaada keessaniin akka daa'immanii hin ta'inaa, karaa irra yaada keessaniin ka bilchaattan ta'aa.


Teessoo isaa durana qulqulluu ka ta'ee fi ka garbi ciisaan daawi'ite'ee ka calaqisu ni jira ture, jiddu'uu fi naannaya teesso'oo duraaf gara duubaatiin ija baayi'ee ka qaban bineensonni, afurii ni jiran turan.


Hoolichi chaaphaa lammaffaa yeroo banetti, bineenssi lammaffaa, «Koottu!» yoo jedhu, ni dhagaye.


Hoolichi chaaphaa sadaffaa yeroo banetti bineenssi sadaffaa, «Koottu!» yoo jedhu ni dhagaye, kunoo farda gurraacha ni arge, ka farda yaabbate'llee meeshaa ulfaatinna ittiin madaalli'ii harka isaa titti qabatee jira ture.


Hoolichi chaaphaa arfaffaa yeroo banetti qooniqqi bineenssa arfaffaa, «Koottu!» yoo jedhu ni dhagaye,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ