Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 4:3 - Waadaa Haarawa

3 Teessoo irra taa'ee ka ture bifitti isaa, dooqa Yaasphisiitii fi Saardiyonii ni fakkaata ture, akkuma kana naannaya dooqa Sardiinoosii funyaan karaabaa ka fakkaatu dooqa Maaragidii ka fakkaatu funyaan karaabaa ni ture,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Ka teessoo san irra taa'eeru, bifti isaa akka dhagaa gatii guddaa Iyyaasphiidiiniitii fi sardinoonii calanqisee mudhata. Naannawa teessoo sanii funyaan karaabaa ka bifti isaa dhagaa maraagidii fakkaatutu jira.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Ka teessoo san irra taa'eeru bifti isaa akka dhagaa gatii guddaa Iyyaasphiidiiniitii fi Sardinoonii calanqisee mudhata. Naannaya teessoo sanii funyaan karaabaa ka bifti isaa dhagaa Maraagidii fakkaatutu jira.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 4:3
13 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Kanaan duubatti duumessa ka uffate maleyikkichi cimaan bira'aa sami'ii yoo bu'u ni arge, nannoo mataa isaa funyaan karaabaa ni jira ture, fuulli isaa akka adu'uu, miila isaa'llee akka utubaawwan ibiddaa ni turan,


ulfinna Waaqaatiin'llee ni ibisite ture, ifin ibisaa isi'ii'llee akka dhagaa gatiin isaa haalaan gudda'aati fi akka bilile'ee qulqulluu ka ta'e akka dooqa Yaasphisii ni ture,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ