Mudhata Yohaannisii 3:7 - Waadaa Haarawa7 Woldaya amantii Filaadelfiya'aatiif akkana jedhiitii barreessi, Kun Qulqullu'uu fi dhugaallessa ka ta'e, furttuu mana Daawiitii ka qabatee jiru irraa ka dubbatame, ka inni banu eennu'llee hin cufu, ka inni cufu'llee eennu'llee hin banu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA7 «Gara Maleekkaa woldaa Kiristaanaa Filaadelifiyaa keessa jirtuu akkana jedhii barreessi. Ka furtuu Daawitii harkaa qabu, ka waan inni cufe eennullee banuu hin dandeenneef waan inni bane eennullee cufuu hin dandeenne woyyichi dhuga'aa akkana jedha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 «Maleekkaa woldaa Kiristaanaa Filaadelfiyaa keessa jirtuu akkana jedhii barreessi. Ka furtuu Daawitii harkaa qabu, ka waan inni cufe eennullee banuu hin dandeennee fi waan inni bane eennullee cufuu hin dandeenne woyyichi dhuga'aa akkana jedha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |