Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 3:16 - Waadaa Haarawa

16 Qabbanaayaa yookiin oo'a uduu hin ta'in ka gunshuurtte waan taateef, afaan kiyyaa baasee si tufu'uuf,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

16 Akkanumaan buukanaayaa waan taateef qabbanaayaa yookiin oo'aa waan hin taaneef, Afaan kiyya keessaa si tufu'uuf ta'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

16 Akkanumaan buukanaayaa waan taateef qabbanaayaa yookaan oo'aa waan hin taaneef afaan kiyya keessaa si tufu'uuf ta'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 3:16
6 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

bakka hagam ol aanaa ta'e irraa kufuu kee'llee yaadadhu! Dhiifaman gara Waaqaa deebi'i! jalqaba ni raawwatta ka turtte hujii kee raawwadhu, kana maraa raawwchuu yoo dhabaatte garuu gara kee ni dhufa, dhiifamaan gara Waaqaa deebi'uu yoo dhabaatte, baatuu kee ka ibisa'aa bakkaa ni kaasan.


hujii kee ni beeka, ati qabbanaayaa yookiin oo'a miti, qabbanaayaa yookiin oo'a taatee uduu jiraateetii, mishaa ni ta'a ture!


ani dureessa, qabeenna baayi'ee ni qaba, wonitti natti dhidhatu womaayyuu hin jiran ni jetta, garuu miidhamaa, gad aanaa hiyyeessa, jaama'aa fi ka qullaa jirttu ta'uu kee hin beekittu,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ