Mudhata Yohaannisii 22:4 - Waadaa Haarawa4 fuula isaa'llee ni argan, maqaan isaa'llee kallacha isaanii maratti irra ni ta'a, အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA4 Maqaan isaa kallacha isaanii irraa jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Maqaan isaa kallacha isaanii irra jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Injifatee ka moo'u utubaa Mana Waaqeffannaa Waaqa kiyyaa isa ni taasisaan, achii'llee gonkumaa hin bayu, maqaa Waaqa kiyyaatii fi maqaa magaalaa Waaqa kiyyaa isa irratti ni barreessa, magaalaan tun'llee sami'ii Waaqa kiyya biraa ta buutu, Yerusaalemii haarofititti'i, maqaa kiyya haarawa'llee isa irratti ni barreessa.