Mudhata Yohaannisii 22:3 - Waadaa Haarawa3 Ammaa achitti abaarssi bifa kamiituu hin jiraatu, teessoon Waaqaatii fi Hoolchaa'llee magaalattii keessa ni ta'an, tajaajilttoonni isaa'llee isa ni waaqeffatan, အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3 Ammaa achi abaarsi sirrima hin ta'u, teessoon Rabbiitii fi Hoolaan Rabbii isii keessa ta'a. Garboonni isaa isa kaddaaman fuula isaa keessa laalan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Ammaa achi abaarsi sirima hin ta'u; teessoon Rabbiitii fi Hoolaan Rabbii isii keessa ta'a. Garboonni isaa worri isa waaqeffatan fuula isaa keessa laalan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Kanaan duubatti ni laale, namoota haalaan baayi'e'ee ni arge, isaan'llee ummataa fi gosa maraa, worraa fi afaan adda addaa ka dubbatan irraa kan wolitti bayan ni turan, isaan kun uffata adii uffatanii, baala muka meexxi'ii harka isaanii titti qabatanii, teessoo isaatii fi Hoolicha durana dhaabatanii jiran ni ture,