Mudhata Yohaannisii 2:6 - Waadaa Haarawa6 Garuu ka si galateeffachiisu wonitti tokko ni jira, kun'llee ani ka jibbu hujii worra Niqolaawotaa jibbitee jirta.» အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA6 Haata'uu ammoo waan kana qabda: atillee akkasuma hujii Niqalaawoota ka ani jibbu jibbiteerta. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Haa ta'uu ammo waan kana qabda: atillee akkasuma hujii Niqalaawootaa ka ani jibbu jibbiteerta. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |