Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 2:4 - Waadaa Haarawa

4 garuu waan sitti ashu tokko ni qaba, kun'llee jaalala kee ka duraanii dhiifittee jirta,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

4 Haata'uu ammoo waan sirratti ceem'u qaba. Jaalala tee ta duraa san waan dhiifteef.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Haa ta'uu ammo waan si irratti ceem'u qaba. Jaalala tee ta duraa san waan dhiifteef.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 2:4
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yeroo sanitti shamarran marrinuu ka'aniiti, ibisaa isaanii ni qopheessan.


Jaalallitti keessan ka beekkomissaa fi hubannaan itti guuttame ta'ee guddata'aa akka deemuuf, ni kadhadha.


Yaa obboleeyyan! Waayee keessaniin Waaqa yeroo maraa ni galateeffanna, galateeffachuun'llee barbaachisaa keenna, ka galateeffannuuf'llee amantiin keessan caala'atti guddata'aatii fi jaalalitti tokkoo tokkoo keessan ufii woliif, dabala'aa deemuu isaatiin.


Garuu ka sitti ashu wonittoota tokko tokko ni qaba, kun'llee barsiisa Bla'aamii ka qabatan namoonni tokko tokko jidduu keessan ni jiran, Bala'aamiin kun'llee ummanni Israa'eelii Waaqa harkaan hojjatamaniif ka qalame foon nyaachu'uu fi sagaagala raawwachu'uun akka gufataniif, Balaaqiin ka gorsse.


Garuu waan si irratti ashu tokko ni qaba, kun'llee, ‹Ani nabiyyitti'i› dubarttii jettu Eelzaabeeliin lashi itti jettee obissiteefii jirtta, isin'llee tajaajilttoonni kiyya akka sagaagalanii fi foon Waaqa harkaan hojjatamaniif qalame'llee akka nyaataniif barsiisu'uun, isaan dogoggorssitee jirtti.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ