Mudhata Yohaannisii 17:7 - Waadaa Haarawa7 Maleyikkichi garuu akkana naan ni jedhe, «Waayee maali'iitiif dinqisiifatta? Dhossaa dubartti'iitii fi ka isiin irra teette, mataawwan torbaa gaaffan kudhanii ka qabu, dhossaa bineenssichaa siif ni ibisa, အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA7 Maleekkaanillee, «Maali'iif maalalfattaa?» Dhossaa Intalatti'iitii fi dhossaa busaaya'aa isii baadhatuu ka mataa torbaatii fi gaafa kudhanii qabu ani sitti hima. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Maleekkaanillee, «Maaf maalalfatta?» Dhossaa Intalatti'iitii fi dhossaa busaayaa isii baadhatuu ka mataa torbaatii fi gaafa kudhanii qabu ani sitti hima. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
bineenissichi argitee duraan ni jira ture, amma hin jiru, maa'ii boolla gadi fago'ootii ni baya, gara badii isaa'llee ni deema, biyyiti lafaa yeroo uumamee jala qabee worra maqaan isaanii kitaaba jireennaa irratti hin barreeffamin jiraattonni arddi'ii, bineenissichi durssee ka ni jira ture, amma ka hin jirre, maa'ii ka dhufu ta'uu isaa yoo argan, ni maalalan.»