Mudhata Yohaannisii 17:6 - Waadaa Haarawa6 Dubarttin sun dhiiga Qulqullootaatii fi dhiiga wereegamttoota Yesusiitiin machoofttee ni argeen, yeroo isii argetti'llee haalaan ni maalalffadhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA6 Intalti dhiiga woyyootaatii fi dhiiga worra Kiristoosiin ragaa bayaniin machoofte arge; hennaa isii arge guddisee maalalfadhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Intalti dhiiga woyyootaatii fi dhiiga worra Kiristoosiin ragaa bayaniin machoofte arge; hennaa isii arge guddisee maalalfadhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
ati bakka teessoon sheexanaa jiru jiraachuu kee ni beeka, haa ta'u malee maqaa kiyya jabeessitee qabatee jirta, amantii ana irratti qabddu'llee hin waakkanne, ragaa kiyya amanamaa ka ture Antiiphaan'llee, bakka sheexanni jiraatu magaalaa kee keessatti yoma ajjeeffametti'llee, anatti amanuu kee hin dhiifnne.