Mudhata Yohaannisii 15:8 - Waadaa Haarawa8 Manni Waaqeffanna'aa'llee ulfinnaa fi huminna Waaqaa irraa ka ka'een aaran ni guuttame, maleyikkoonni torbaan ka qabatanii jiran balaawwan torbaa haga yeroo raawwatamanii titti, eennu'llee gara Mana Waaqeffanna'aa titti aseenu'uuf hin danddeenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA8 Ulfinni Rabbiitii fi aarri hunna isaa mana woyyuu guute. Balaan torbaa ka Maleekkaa torbaa haga raawwatamuuf eennullee gara mana woyyuu seenuu hin dandeenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Ulfinni Rabbiitii fi aarri hunna isaa mana woyyuu guute. Balaan torbaa ka Maleekkota torbaa haga raawwatamuuf eennullee gara mana woyyuu seenuu hin dandeenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |