Mudhata Yohaannisii 11:5 - Waadaa Haarawa5 eennu'llee isaan miidhu'uuf yoo barbaade ibiddi afaan isaaniitii bayee diinnota isaanii ni guba, isaan miidhu'uuf ka barbaadu marrinuu ka du'u bifa kanaan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA5 Eennuunillee midhuu yoo barbaade, ibiddatu afaan isaaniitii bayee diintota isaanii nyaata. Yoo eennullee isaan midhuu barbaade akkasuma hin ajjeefaman. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Eennuunillee miidhuu yoo barbaade, ibiddatu afaan isaaniitii bayee diintota isaanii nyaata. Yoo eennullee isaan miidhuu barbaade akkasuma hin ajjeefaman. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Farado'oo fi faradoo irra namoota taa'an muldhataan ka isaan arge akka itti aanee jirutti ture, uffanni sibiilaa ka laphee isaanii irra ni jira ture akka mukukula ibiddaa diimaa, akka gurraacha yaakiniitii sami'ii, akka dinni'ii boora ni fakkaata ture, mataa farado'oo'llee mataa leenccaa ni fakkaata ture, afaan isaaniitii'llee ibiddaa fi aarri dinniini'llee ni baya ture,