Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Mudhata Yohaannisii 10:5 - Waadaa Haarawa

5 Kanaan duubatti garba ciisa'aa fi arddii irra dhaabatee maleyikkichi arge harka isaa ka mirgaa gara sami'ii ol qabeet,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

5 Maleekkaan ani arge, Galaanaa fi lafa irra uduu dhaabatee, harka ufii ka mirgaa gara sami'ii ol kaasee,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

5 Maleekkaan ani arge, galaanaa fi lafa irra uduu dhaabatee, harka ufii ka mirgaa gara sami'ii ol kaasee,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Mudhata Yohaannisii 10:5
29 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

«Isin namoota nana maali'iif kana raawwattan? nu'llee akkuma keessan bee namootaa, nu'u asi ka dhufnneef isin waan tasa kana mara irraa fagaattanii, sami'ii fi arddii, garba ciisa'aa fi wonittoota isaan keessatti argaman mara gara ka uumee, gara Waaqa jiraata'aa akka deebitaniif, oduu Gammachu'uu isinitti himu'uuf,


magaalaa teessan keessa asii fi achi naanaya'a bakkeewwan waaqeffannaa keessan yoo laalu, ‹Waaqaa hin beekkamnneef› jedhamee ka itti barreeffame, bakka furddaa ni argadhe, eegaa ani amma ka isinitti himu kana uduu hin beekin waayee Waaqa isa waaqeffattaniit.


Biyyi lafaa yeroo uumamee jala qabee namootatti ka hin muldhanne amalli Waaqaa, kun'llee huminni isaa ka bara baraatii fi Waaqummaan isaa, karaa wonittoota inni uumeetiin ifa ta'ee waan muldhateef, balleessaa namoonni balleessaniif sababa hin qaban.


Waaqinni Abrahaamiif abddii yeroo kenneeftti ka ittiin kakatu ka isa caalu ka bira'aa eennu'llee waan hin jirreef, akkana jechu'uun mataa isaatii ni kakate,


Ani'llee jiraata'a! du'ee ture, garuu kunnoo, bara baraaf jiraata'a, du'aa fi siiooliin irratti'llee aangoo ni qaba.


kitaaba banamtte diqqoo kaldho'oo maramttuu harkatti qabatee jira ture, miilli isaa ka mirgaa garba ciisaa irra, miila isaa ka bita'aa'llee arddii irra ni kaayate,


Qoonqqa ol aana'aan'llee, «Waaqa sodaadhaa! kabaja'aan'llee! yeroon murtii isaa gayee jira, sami'ii fi arddii, garba ciisa'aa fi burqqaawwan bishaanii Waaqa uumeef sagadaa!» ni jedhe.


Maleyikkaan torbaffaa'llee duloo qilleensa irratti ni jisse, teessoo Mana Waaqeffanna'aa keessa jiru irraa, «Raawwatame!» ka jedhu, qooniqqi ol aanaan ni baye.


«Gooftaa keennaa fi yaa Waaqa keenna, waan maraa waan uumitteef, wonitti marrinuu ka uumamee fi ka jiraatu (jireenna ka argate) fedha keetiin waan ta'eef, ol aanttummaan, ulfinnii fi huminniti'llee si'iif ni male» ni jedhan turan.


Bineensonni ka teessoo irra taa'ee fi baraa haga baraa titti ka jiraatuuf, ol aanttummaan, ulfinnaa fi galata yeroo dhiyeessan marattuu,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ