Mudhata Yohaannisii 1:16 - Waadaa Haarawa16 Harka isaa ka mirgaa titti urjjiiwwan torbaa qabatee jira ture, gara lamaaniinuu qara ka qabu biloofnni afaan isaatii ni baya ture, fuulli isaa guutuun ifiinssi isaa akka aduu ifuu ni ture. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA16 Harka isaa ka mirgaa irraa urjoota torba qaba. Afaan isaa keessa guraadee gara lamaan qarametu baya. Fulli isaallee akka aduu guddiftee iftuutti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu16 Harka isaa ka mirgaa irraa urjiiwwan torba qaba. Afaan isaa keessa guraadee gara lamaan qarametu baya; fuulli isaa akka aduu guddiftee iftuuti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |