Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Hujii Ergamootaa 1:3 - Waadaa Haarawa

3 Rakkinna baayi'ee fudhatee eega du'een duubatti ragoota baayi'ee ifa ta'aniin jiraataa ta'ee isaanitti ni mulidhate, guyyoota afurtamaa guutuu isaanitti muldhata'aa, waayee Mootummaa Waaqaa isaan ni barsiise.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Akkasuma ammoo guyyaa afurtamaaf waan jeennata Rabbii isaanitti hima'aa ragaa hedduun rakkinna fanno'ootiin maayii jiraataa ta'ee isaanitti uf mudhise.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Akkasuma guyyaa afurtamaaf waan jeennata Rabbii isaanitti hima'aa ragaa hedduun rakkinna fanno'ootiin maayii jiraataa ta'ee isaanitti uf mudhise.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Hujii Ergamootaa 1:3
27 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Galiila'aa gara Yerusaaleemii isaan woliin worra dhufanitti'llee guyyaa baayi'ee isaatti ni muldhate, isaan'llee amma ummata duratti ragoota isaati.


Guyyaa saddeetiin duubatti barattoonni isaa deebi'anii mana keessa ni jiran turan, Toomaas'llee isaan woliin ni jira ture, balballan'llee cufamanii uduu jiran, Yesus dhufee jidduu isaanii dhaabateeti, «Nageenni isiniif haa ta'u!» isaaniin ni jedhe.


Jalqabumaayyuu ka ture waayee dubbii jireennaa isiniif ni barreessina, kun dubbii jireenna ka dhageennee fi ija teennaan ka argineen, ka laalee fi harka keennaan'llee ka qaqabnneen.


Yesus du'aa eega ka'een asitti barattoonni isaa isa yoo argan, kun yeroo sadaffaatiif ture.


Kanaan duubatti Yesus garba ciisaa Xiberiyaasii biratti, barattoota isaa titti deebi'ee ni muldhate, ka muldhate'llee akka itti aanutti,


Yesus karaa irratti isaan argateeti, «Nageenni isiniif haa ta'u!» isaaniin jedhe. Isaan'llee gara isaa dhiyaataniiti miila isaa qabatanii sagadaniif.


Mootummaa Waaqaa'llee lallabuun, waayee Gooftaa Yesus Kristosii eennu'llee uduu hin dhooginiin, ugiinssaan ni barsiisa ture.


Yeroo maraa isin gorssa'aatii fi isin jajabeessa'aa mootummaa isaatii fi ulfinna isaa'llee akka qoodamttaniif ka waamamittan, akkaataa waan Waaqinni ittiin gammaduutii akka jiraattaniif yaboo akka isiniin jenne ni beekittan.


Inni huminna dukkanaatii baasee gara mootummaa Ilma isaa ka jaalatamee, akka gallu nu taasisee jira.


Mootummaan Waaqaa qulqullaawoma Hafuura Qulqullu'uun argamu, nagayaa fi gammachu'uuti malee, waayee nyaataatii fi dhugaati'iitii miti.


Kanaaf, «Akkana isiniin ni jedha, Mootummaan Waaqaa isin irraa fudhatamittee, ummata firii daraararuuf ni kennamtti. [


Achitti'llee guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa eega soomeen duubatti, ni beelaye.


Yoo barsiisutti'llee, «Kunoo! Mootummaan Sami'ii dhiyaattee jirttiitii, gara Waaqaa deebi'aa!» ni jedha ture.


Gooftaan Yesus kana mara eega isaanitti dubbateen duubatti, gara sami'ii ol ni deebi'e. Mirga Waaqaatiin'llee ni taa'e.


Filiphos garuu waayee Mootummaa Waaqaatii fi waayee maqaa Yesus Kristosii dubbii mishaa gammachu'uu yeroo dhagayanitti, dhiiraa fi dubarttoonni'llee amananii ni cuuphaman.


Phaawulos'llee gara bakka wolgayii deemee haga ji'a sadihiitiif, waayee Mootummaa Waaqaatiif isaaniin wol mormmaa Kristosiitiif ummata'llee hubachiisa'aa, ugiinssaan ni barsiisa ture.


Eega guyyaa beellamaniifiin duubatti, namoota baay'ee ta'anii gara mana isaa ka jireennaa ni dhufan, Inni'llee ganamaa irraa haga galgalaa titti, waayee Mootummaa Waaqaa ragaa bayuun yaada isaa isaaniif ni ibise, inni'llee isan amansiisuuf Seera Musee Kristosiitiif kitaabban nabiyyootaa irraa tuquun'llee, waayee Yesusii isaan ni hubachiise.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ