Gara Worra Qolasaayisii 3:3 - Waadaa Haarawa3 Isin du'aan haga waan fooyamu'uu titti biyya lafaa kana irraa fooyamttanii jirttan, lubbuun teessan'llee Kristosiin woliin Waaqa keessatti dhoffamee jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3 Isin duutaniirtan, jireenni keessanillee Rabbiin Kiristoosiin keessatti dhokateera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Isin duutaniirtan, jireenni keessanillee Rabbiin Kiristoosiin keessatti dhokateera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ani Kristosiin woliin akkuma waan fannifamee titti waan laakkayuuf ammaa achitti Kristos ana keessa ni jiraata malee lubbuu kiyyaaf ka jiraadhuu miti, amma'llee qaama kiyya ka fooniitiin ka jiraadhu ka ana jaalatee fi waayee kiyyaaf'llee mataa isaa dabarssee ka kenne, Ilma Waaqaa titti amanu'uun jireenna argamuun.