Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Qolasaayisii 1:3 - Waadaa Haarawa

3 Isiniif yeroo kadhannutti Abbaan Gooftaa keenna Yesus Krstosii Waaqa Abbaa yeroo mara ni galateeffannaan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3-5 Waan keessaniif Rabbiin yoo kadhannu sababaa abdii sami'itti isinii qophaayee, amantaa isin Yesuus Kiristoositti qabdan, jaalala woyyoota maraaf qabdan dhageenneeti, Rabbii Abbaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii hennaa maraa hin galateeffanna. Waan abdii kanaa dhugaa dubbii Oduu Nagayaatiin firriftanii dhageettaniirtan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3-5 Waan keessaniif Rabbiin yoo kadhannu sababaa abdii sami'itti isinii qophaayee, amantii isin Yesuus Kiristoositti qabdan, jaalala woyyoota maraaf qabdan dhageennee, Rabbii Abbaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii hennaa maraa hin galatoonfanna. Waan abdii kanaa dhugaa jecha Dubbii Nagayaatiin firriftanii dhageettaniirtan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Qolasaayisii 1:3
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Akkuma kana Abbaan Gooftaa keenna Yesus Kristosii Waaqinni, onnee tokkoo fi jecha tokkoon akka isa kabajitaniin, isin haa taasisu.


Yesus Kristosiin kennaa isaa ka bilisaa waan isinii kenneef sababa keessaniin, yeroo maraa Waaqa ni galateeffadha.


Abbaa dhiifamaatii fi Waaqa jajabeenna mara ka kennuu, akkuma kana Waaqaa fi Abbaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiif, galanni haa ta'u.


Kanaaf amantii Gooftaa Yesusiin qabddanii fi Qulqullaayomota maraaf'llee jaalala qabddan dhagayee,


Yeroo maraa Hafuura Qulqullu'uun eemarama'aa kadhanna'aa fi woyata dhiyeessaa. Bu'ura kanaan'llee namoota Waaaqinni isaan qulqullaayomiseef jabaadhaatii kadhadhaa.


Kanaaf waayee waan maraatiifuu kadhanna'aan, kadhachu'uu fi galataan Waaqaaf dhiyeessaa malee, waayee woma kamiitiifuu hin sarddaminaa.


Inni huminna dukkanaatii baasee gara mootummaa Ilma isaa ka jaalatamee, akka gallu nu taasisee jira.


Kanaaf kana guyyaa itti dhageennee jala qabee isin ogummaa hafuuraya'aa fi hubannaa maraan, fedhii Waaqaa ka hubattanii beekkomissa guutuu akka qabaattaniif, isinii kadhachu'uu fi Waaqa gaaffachuu irraa nu'u addaan hin kunne.


Nu'u yeroo maraa isin kadhannaa keennaan isin yaadata'aa, Waaqaaf galata ni dhiyeessina.


Yeroo maraa halkanii fi guyyaa kadhanna'aan yoo si yaadadhu, akkuma abbootiin kiyya raawwatanitti ani'llee sammuu Qulqullu'uun Waaqa tajaajilu ni galateeffadha.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ