Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Qolasaayisii 1:1 - Waadaa Haarawa

1 Fedhii Waaqaatiin barataa Yesus Kristosii ka ta'e Phaawulosii fi obboleessa keenna Ximotewosiin irraa,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

1 Phaawuloosii fedha Rabbiitiin ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'ee fi obboleessa isaa Ximootiwoosiin irraa,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

1 Phaawuloosii fedha Rabbiitiin ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'ee fi obboleessa isaa Ximootewoosiin irraa,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Qolasaayisii 1:1
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Phaawulos gara Darbee fi Lisxiraa ni deeme, Lisxiraa'llee nama Ximotewos jedhamu amanaa tokkotu jiraata ture, haati isaa'llee Kristaana Yihudittii turtte, abbaan garuu Giriikicha hin amanne ture.


Tajaajilaa Yesus Kristosii ka ta'e, ergamittumma'aaf ka waamame, wongeela Waaqaa'llee barsiisu'uuf ka filatame, Phaawulosiin irraa ka ergame.


Fedhii Waaqaatiin barataa Yesus Kristosii ta'u'uuf ka waamame Phaawulosii fi obboleessa keenna Sostenesiin irraa,


Fedhii Waaqaatiin barataa Yesus Kristosii ka ta'e, Phaawulosii fi obboleessa keenna Ximotewosiin irraa, Qorontoositti ka argamittan Woldaya Waaqaatii fi akkuma kana Akaayiyaa maratti ka argamittan ummata kristaanaa maraaf,


Fedhii Waaqaatiin ergamittichaa Yesus Kristosii ka ta'e Phaawulosiin irraa, Yesus Kristosiin amanamoota ka ta'aniif, Qulqulluuwwan Efesonitti argamaniif,


Tajaajiltoota Yesus Kristosii ka ta'an, Phaawulosii fi Ximotewosiin irraa, Magaalaa Filiphisiiyusii worra jiraataniif, Yesus Kristosiin qulqullaawota ka ta'an maraaf, akkuma kana worra itti gaafatamittootaatii fi gargaartota woldaya amanti'iitiif,


Worroota Waaqa Abba'aatii fi Gooftaa Yesus Kristosii ka ta'an amanttoota woldaya Tasolonqe'ee ta'an, Phaawulos, Siilaasii fi Ximotewosiin irraa ergaa ergame, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Obboleessa keennaa fi tajaajilaa Waaqaa ka ta'e, gammachuu oduu misha'aa Kristosii lallabu'uun waahelli hujii keennaa ka ta'e Ximotewosiin isinii erginee jirra, ka isinii ergine'llee akka isin jajabeessuu fi amanti'iin'llee akka jajabaattan, akka isin gorssu'uuf,


Ta Waaqa Abbaa keennaatii fi ta Gooftaa keenna Yesus Kristosii ka taate woldaya amanttoota Tasoloonqe'eetiif Phaawulos, Siilaasii fi Ximotewosiin irraa ka ergame,


Waayee Yesus Kristositiif hidhamaa ka ta'e ana Phaawulosii fi obboleessa keenna Ximotewosiin irraa, Ka jaalatame obboleessa keennaa fi waahela hujii keennaa ka ta'e Filemona'aaf,


Obboleessi keenna Ximotewos mana hidha'aatii akka baye akka beekittan ni jaaladha, dadafaan garana yoo dhufe isa woliin gara keessan dhufee isin ni laala.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ