Gara Worra Galaatiyaa 5:9 - Waadaa Haarawa9 Kun'llee, «Shiishaan muraafnni miciqaa maraa ni bukeessa» akkuma jedhamu. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA9 Raacitiin diqqoon duukkuussii maraa hin buukeessa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Raacitiin diqqoon dukkuussii maraa hin bukeessa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Yeroo sanitti namoonni kuma baayi'e'etti lakkaayaman wol ni gayan, baayi'inna isaanii irraa'llee ka ka'een ufii isaaniitii wol hacuuca'aa wol dhidhiitan ture, Yesus'llee durssee barattoota isaatiin akkana jechuu jala ni qabe, «Shiishaa worra Farisotaa jechu'uun'llee, fakkeessitummaa isaanii irraa ufi eeggadhaa jechu'u.