Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Galaatiyaa 5:8 - Waadaa Haarawa

8 Gorssi akkanaa kun Waaqa isin waame biraa ka dhufee miti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

8 Sosobbiin akkanaa kun ka isin waame irraa miti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

8 Sossobbiin akkanaa kun ka isin waame irraa miti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Galaatiyaa 5:8
3 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Worra Waaqa jaalatanii fi akka fedhii isaa'llee namoota waamamaniif, Waaqinni waan maraa mishumma'aaf, akka isaanii taasisu ni beekinna.


Durssee worra murtteesse ni waame, worra waamee'llee ni qulqulleesse, worra qulqullaayomsse'llee isaan ni kabaje.


Kennaa bilisa ka Kristositiin akkana fooyamu'uu fi gara wongeela bira'aa dabuun keessan, ana maalalchiisa.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ