Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Galaatiyaa 5:3 - Waadaa Haarawa

3 «Gadoomuu ana barbaachisa» jedhee ka gadoomu marrinuu, dirqama Seera guutuu raawwachu'uu ni qaba jedhee, irra deebi'ee ufi isin ni eeggachiisa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Seera maraa akka raawwatu dirqamni irra jira jedhee, worra gadooman maraa tokko tokko isaaniitittillee akkasuma ragaa baya.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Seera maraa akka raawwatu dirqamni irra jira jedhee worra gadooman maraa tokko tokko isaaniitittillee akkasuma ragaa baya.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Galaatiyaa 5:3
19 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

«Isin durssitoota jaamota nana! Isinii uunsha'a! ‹naminni Mana Waaqeffanna'aatiin yoo kakate, womaa miti jettan, worqqii Mana Waaqeffanna'aatiin yoo kakate garuu, kaku'uun ni qabamaa› jettan,


Akkuma kana, ‹naminni furdaan yoo kakate womaayyuu miti› ‹kennaa furdda irra jiruun yoo kakate garuu, kaku'uun ni qabama› jettan.


achitti'llee obboleeyyan shanii waan qabuuf, isaan ammoo gara bakka makkaraarnnaa kana akka hin dhufinneef, dhaqee isaan ufi haa eeggachiisu› jedhe.»


Namoonni tokko tokko Yihuda'aa gara Anxokiyaa deemanii, «Akkaataa Seera Muse'ee kennameetiin yoo hin gadoomin fayyu'uuf hin dandeettan» jedha'aa amanttoota barsiisuu jala ni qaban.


Ka biraa'llee dubbii baayi'e'een ragaa baya'aa, «Dhaloota hamaa kana irratti balaa dhufu jalaa, mataa keessan baasaa!» jechuun isaan ni gorsse.


Yihudota ta'anii Ummanni Waaqa dhugaa titti hin amanne'llee, dhiifamaan gara Waaqaa titti akka deebi'anii fi Gooftaa keenna Yesus Kristostti akka amananiif, isaan ufi ni eeggachiisan.


Gadoomuun dhugamaan ka si fayyadu seera yoo raawwatte, seera ka diigiddu yoo ta'e garuu gadoomuun kee akka waan hin gadoominii titti ni lakkaayama.


«Kitaaba seeraa titti ajajoota barreeffaman mara keessattuu jabaatee ka ittiin hin jiraannee fi ka isaan hin raawwanne marrinuu, ka abaarame» jedhamee waan barreeffameef, «Seera raawwachu'uun ni qulqullaayoma» worri jedhan marrinuu, ka abaaraman.


Kunoo! Ani Phaawulos ka isiniin jedhu kana, «Gadoomuu nu barbaachisa» jettanii yoo gadoomttan, Kristos womaa isin hin fayyadu.


Yesus Kristosiin ka jiraatuuf jaalala irratti hunddaayee amantii hojjatu malee, gadoomuu ta'ee gadoomuu dhaabuun, faayiddaa woyiituu isaa hin kennu.


Ammaa achitti akka worra yaanni isaanii tasa ta'ee akka ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee hin ta'inaa, jedhee maqaa Goofta'aatiin isin ufi ni eeggachiisa.


Waan kanaan naminni kami'llee seera hin dabrrin, amanataa bira'aa'llee hin miidhin, asiin durana akkuma isinitti himnnee fi akka ufi isin eeggachiifinnetti wonittoota kanniin worra raawwatan Gooftaan isaan ni adaba.


Waaqinni Abbaan Faayyisaa biyya lafaa taasisee Ilma akka ergeen arginee jirra, ragaa ni baanalle'e.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ