Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Galaatiyaa 5:2 - Waadaa Haarawa

2 Kunoo! Ani Phaawulos ka isiniin jedhu kana, «Gadoomuu nu barbaachisa» jettanii yoo gadoomttan, Kristos womaa isin hin fayyadu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

2 Eeganaa ani Phaawuloos akkana isiniin jedha, yoo gadoomtan Kiristoos womaa isin hin fayyadu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Eeganaa ani Phaawuloos akkana isiniin jedha; yoo gadoomtan Kiristoos womaa isin hin fayyadu.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Galaatiyaa 5:2
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Namoonni tokko tokko Yihuda'aa gara Anxokiyaa deemanii, «Akkaataa Seera Muse'ee kennameetiin yoo hin gadoomin fayyu'uuf hin dandeettan» jedha'aa amanttoota barsiisuu jala ni qaban.


Nu'u keessaa namoonni tokko tokko uduu nu'u isaan hin ajajin gara keessan dhufanii, dubbii isinitti himaniin akka isin hin rakkisanii fi dubbii isinitti bitaa akka taasisan dhageennee jirra,


Garuu gara worra Fariisotaatii ka ta'an tokko tokko ka'aniiti, «Ummanni Waaqa dhugaa titti hin amanne akka gadoomanii fi Seera Muse'ee'llee akka eegan taasisuun ni mala» jedhan.


Ani Phaawulos nagaya kana harkuma kiyyaan isiniif barreessee jira.


Ani Phaawulos isin durana yeroo jirutti gara laafessa ni jedhame, isin irraa yeroo fagaadhu garuu isin irratti uggaa ni jedhame, arjjummaa Kristositii fi mishummaa isaatiin isin ni kadhadha,


Yaa obboleeyyan! Ani haga ammaa titti ka lallabu, fayyu'uuf gadoomuun ni barbaachisa jedha'aa uduu jiraadheetii, haga ammaa titti maali'iif ana ari'aniiyyu ture? Akkana uduu ta'eetii fannoon Kristosii namootaaf gufuu ta'uun ni hafa ture.


Yesus Kristosiin ka jiraatuuf jaalala irratti hunddaayee amantii hojjatu malee, gadoomuu ta'ee gadoomuu dhaabuun, faayiddaa woyiituu isaa hin kennu.


Gara keessan dhufu'uuf barbaannee turre, keessummaanuu ani Phaawulos gara keessan dhufu'uuf dedeebi'ee yaalee ture, garuu Sheexanni nu'u ni dhooge.


Kunoo ani Phaawulos «Liqaa isaa siif ni kafala» jedhee harkuma kiyyaan barreessee ni mirkaneessa, ta'u'llee waayee lubbuu keetiitiif ati mataan keetuu, nama liqaan kiyya jiru ta'uu kee ani si yaadachiisuu ana hin barbaachisu.


Ta'u'llee akkas taasisuu irra waayee Yesus Kristositiif hidhamaa ka ta'e, ani jaarssi Phaawulos, jaalalaan kadhachu'uuf ni filadha.


Dubbima oduu mishaa akka isaan dhagayanii nu dhageenneenii jira, garuu isaan dubbii dhagayan amanti'iin waan hin fudhatiniif isaan hin fayyadinne.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ