Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Galaatiyaa 4:2 - Waadaa Haarawa

2 Garuu yeroon abbaan isaa isaaf murteesseef haga gayutti, harka guddifttootaa fi soorttotaa jala jira.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

2 Haata'uu ammoo, haga guyyaa gaafa haganaa abbaan qabeetitti harka worra isaa guddisuu fi worra isa bulchu jala jiraata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Haga guyyaa gaafa haaganaa abbaan qabeetitti harka worra isa guddisuu fi worra isa bulchu jala jiraata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Galaatiyaa 4:2
7 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Anaan yoo jiraattan dubbiin kiyya'llee isin keessa yoo jiraatee, waan barbaaddan yoo kadhattan ni argattan.


Yoma Kristosiin durssitoota baayi'ee qabaattan'llee abbootii baayi'ee hin qabdan, ani garuu wongeela Kristos Yesusiitiin isin uumadhee jira.


Bifa kanaan amanti'iin akka qulullaayomnnuuf Kristos haga dhufutti, seerri guddisaa keenna ta'ee ture.


Ammallee ka jedhu kanuma, dhaalaan daaima ta'ee yeroo argamutti yoma abbaa qabeenna maraa ta'e'llee, garbicha irraa woyiinuu adda hin jiru.


Akkuma kana nu'u waan hafuuraatiin akka daai'maa yeroo turretti naamusa biyya lafaa kanaaf bitamttoota taanee, garboota ni turre.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ