Gara Worra Galaatiyaa 1:6 - Waadaa Haarawa6 Kennaa bilisa ka Kristositiin akkana fooyamu'uu fi gara wongeela bira'aa dabuun keessan, ana maalalchiisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA6 Ka badhaadha Kiristoosiitiin isin waame irraa gara galtanii gara Oduu Nagayaa ka biraatitti ariifatannii deebi'uun keessan na maalalchiisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu6 Ka badhaadha Kiristoosiitiin isin waame irraa gara galtanii gara Dubbii Nagayaa ka biraatitti ariifattanii deebi'uun keessan na maalalchiisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Naminni tokko gara keessan dhufee nu'u ka lallabnne uduu hin ta'in Yesusii bira'aa isiniif yoo lallabe, yookiin hafuura isin ufitti fudhattan uduu hin ta'in hafuura bira'aa yoo fudhattan, yookiin wongeela ufitti fudhattan uduu hin ta'in wongeela bira'aa yoo fudhattan, caldhifttaniituma injifatamtan jechu'u.
Gochi isaanii dhuga'aa woliin woliigaluu dhabuu isaa yeroo argetti Phexiros, «Ati Yihudicha taatee uduu jirttu naamusa Yihudotaatiin uduu hin ta'in, akka naamusa ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee titti ni jiraatta ture. Eegaa, ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne naamusa Yihudotaatiin akka jiraatu maali'iif isaan driqamsiiftta ree?» jechu'uun, mara isaanii duranatti isaan ni mormmeen.