Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Galaatiyaa 1:3 - Waadaa Haarawa

3 Abbaa keenna Waaqa, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin biraa'llee kennaan bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraa badhaaninii fi nageennillee isinii haa ta'u!

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraa badhaaninii fi nageenni isinii haa ta'u!

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Galaatiyaa 1:3
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Abbaa keenna Waaqaa fi Gooftaa keenna Yesus Kristosiin irraa kennaan bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Abbaa keenna Waaqa irraa, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin irraa, kennaan bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Keennaan bilisaa ka Gooftaa keenna Yesus Kristosii, jaalallitti Waaqaa, tokkummaan Hafuura Qulqullu'uu isin mara woliin haa ta'u.


Bara hamaa kana jalaa akka nu baasuuf Waaqa keennaa fi fedhii Abbaa keennaatiin, Kristos waayee cubbuu keennaatiif mataa isaa ni kenne.


Abbaa keenna Waaqaa fi Gooftaa Yesus Kristosiin irraa, kennaan bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Abbaa keenna Waaqaa, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin biraa, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Qolaasiyaas ka jiraatan, Kristosiin Qulqullu'uu fi amanamttoota amanttoota ta'aniif, Waaqa keenna Abbaa biraa, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Worroota Waaqa Abba'aatii fi Gooftaa Yesus Kristosii ka ta'an amanttoota woldaya Tasolonqe'ee ta'an, Phaawulos, Siilaasii fi Ximotewosiin irraa ergaa ergame, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Waaqa Abba'aa fi Gooftaa Yesus Kristosiin biraa kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Waaqa Abba'aatii fi ka Ilma isaa Yesus Kristosii, kennaan isaa ka bilisaa, dhiifamaa fi nageenni'llee, dhuga'aa fi jaalalaan, nuun woliin haa ta'u.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ