Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Worra Efesoonii 2:3 - Waadaa Haarawa

3 Nu'u marri keennaa asiin durana isaan jiddu'utti fedha foon keennaatii fi yaada sammuu keennaa horddofa'aa hawwii foon keennaatiin ni jiraanna ture, akka kaanniinii'llee uumama keennaan dallansuu Waaqaa jala turre.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Ijoollee tanniin jiddu'utti, nu marti keenna akkasuma fedha foonii ka qalbii keennaa hojjata'aa, asiin dura dharraa foon keennaatiin jiraata'aa turre. Akkasuma akkuma kaawwanii, uumamuma keennaan ijoollee dheekkamsaa turre.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Ijoollee tanniin jiddu'utti, nu marti keenna akkasuma fedha foonii ka qalbii keennaa hojjata'aa, asiin dura dharraa foon keennaatiin jiraata'aa turre. Akkasuma akkuma kaawwanii, uumamuma keennaan ijoollee dheekkamsaa turre.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Worra Efesoonii 2:3
54 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

nu'llee asiin durana gowwoota, ka hin ajajaminne diddoota, karaa keenna ka dogoggore seera dabartoota, kajeellaa adda addaa ka fooniitiif gammachuu foonaya'aaf ka bitamnne, dabaa fi hinaaffa'aan ka jiraannu, ka jibbamnnee fi ufii keennaa'llee ka wol jibbinu turre.


Ijoollee ajajamoota taatanii beekkomissa dhabaan duraan ni qabddan ka turttan, hawwa hamaa hin horddofinaa,


Kanaaf sossobee gara cubbu'uu hawwii eemaruun ka badee fi durssitanii ka ittiin ni jiraattan turttan, eennummaa moofaa amala uumama duraanii dhabamisiisaa.


Kanaaf Gooftaa Yesus Kristosiin uffadhaanii malee, fedhii foon keessan guutu'uuf, hin yaadinaa.


Kanaaf cubbuun qaama keessan ka du'u irratti aangoo akka qabaatuu fi fedhaaf'llee bitamaa akka isin hin taasfinneef, hin eeyyamina'aafii.


Biyya lafaa keessa ka jiru marrinuu hawwii foonii, kajeellaa ijaa, ufi dhaaduu jireennaa marrinuu biyya lafaa irraayyi malee, Waaqa Abbaa biraayyii miti.


Yeroo sanitti adeemissa hamaa biyya lafaa kana ni horddofttan turttan, akkuma kana qilleensa irra ka jiran huminnoota hafuurota hama'aatii ka bitamuuf ni ajajamittan turttan, inni'llee namoota hin ajajaminne irratti ka hojjatu hafuura hama'a.


«Isin ijoollee abbaa keessan sheexanaati, fedhiin keessan'llee hawwii abbaa keessan raawwachu'u, inni'llee Jalqabumaa kaasee lubbuu ajjeesaa ture, dhugaan isa keessa waan hin jirreef dhuga'aan woliin wolitti dhufeenna woyiituu hin qabu, inni dharaalessaa fi abbaa dhara maraa waan ta'eef, dhara yeroo dubbatutti mataa isaa irraa kaasee ni dubbata.


Eegaa yaa obboleeyyan, abddiin kun marrinuu ka kenname nu'uf waan ta'eef, Hafuura waan batteessu waanuma kamiin irraayyuu, mataa keenna haa qulqulleessinuu, Waaqa'llee sodaachu'uun qulqullaayomnni muda maleessa akka ta'u haa taasfnnu.


Ati kaanniin maali'iin caalitta? Wonitti kaanniin irraa hin fudhatin maalttu jira? Eegaa, waan maraa ka fudhatte kaaniin irraa eega taate, akka nama hin fudhatinii maali'iif ufi dhaadda?


Ana keessa yookiin amala foonayaa anaa keessa wonitti mishaan woyiituu akka hin jirre ni beeka, waan mishaa raawwachu'uu fedhii yoma qabaadhe'llee, waan mishaa raawwachu'uuf danddeettii hin qabu.


Haa ta'u malee yaadinni biyya lafa kanaa, jaalallitti qabeennaatii fi ka bira'aa'llee hawwiin tasaa gara onnee isaanii aseenee dubbii Waaqaa waan hudhuuf, firii malee ni hafa.


Isin Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne duranaan worra Waaqaaf hin ajajaminne ni turttan, amma garuu waayee ajajamuu dhabuu Yihudotaatiin, isin dhiifama Waaqaa argattanii jirttan.


Waaqinni dheekkamissa isaa muldhisu'uu fi huminna isaa'llee argisiisu'uuf barbaadee, ballesa'aaf ka qophaayan meeshaa dallansu'uu, baayi'ee isaanii obissee yoo jiraate maal beekkita?


Isaan'llee Waaqa irraa ni dhalatan malee fiixaa namaa, jechuun'llee fedhii foonii irraa yookiin fedhii namaa irraa hin dhalanne.


Namoota dogoggoraan jiraatan jiddu'uu milqanii ka bayan keessaa namoota baayi'ee hin turin, tasa ka ta'e jecha ufi tuulumma'aa dubbachu'uun, kajeellaa gocha sagaagalaatiin woliin jechisiisu'uun, isaan ni soban.


Ija cubbuu raawwachuu irraa ufi hin qusanne ni qaban, fedhiin isaanii ka cubbuu raawwachu'uu yoomuu hin furmmu, namoota amanti'iin jabaatanii hin dhaabatin ni soban, qarshi'iif ni haafayan. Isaan namoota abaaraman.


Dureeyyii ta'u'uuf worri barbaadan garuu qormmaataan ni kufan, hawwii hamaa namoota faayida'aan ala taasisuu fi balleessu ka tasaatiif hammaataa ta'e, woshaadoo baayi'e'een ni qabaman.


Garuu Yesus Kristostti amanu'uun ka argamu dubbii abddi'ii worra amananiif akka kennamu kitaabnni Qulqulluun akka jedhutti, biyyi lafaa guutuun cubbu'uuf bitamu'uun, hidhamaa cubbu'uu ta'ee jira.


Kanaaf ufii isaaniitii qaama mataa isaanii irratti gochoota saalfachiisaa akka raawwataniif, Waaqinni hawwii isaanii hamaa ka battummaan keessa guuteef, bitamoota akka ta'an isaaniif ni dhiise.


Haa ta'u malee jireenna Kristositii fi keessan biratti dhugaa ta'ee ka mulidhate, ajaja haarawa isiniif ni barreessa, dukkanni dhabamisiifamee ifin dhuga'aa, amma'llee ibisa'aa ni jira.


baroota dabrrantti ummatoonni marrinuu karaa mataa isaaniitiin akka deemaniif, Waaqinni isaan dhiisee jira,


Seera ka hin qabnne Ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne, umamuma isaaniitiin waan seerri ajaju ni raawwatan, sababa kanaan'llee seera qabaachuu yoo dhabaatan'llee seera mataa isaanii ka uumamaa waan qabaniif, raawwachuu waan qaban ni beekan.


Ka qulqullaawomnne dhiiga Yesus Kristositiin yoo ta'e, irra caala'atti'llee dheekkamissa Waaqaa jalaa baayu'uuf ka danddeennu, karaa isaatiin.


Nu'u diinota Waaqaa taanee uduu jirru, du'a Ilma isaatiin Waaqa woliin araaraminnee jirra, amma Waaqaan woliin eega araaraminneen duubatti karaa jireenna Ilma isaatiin, caala'attuu ni fayyina.


Duri Waaqa irraa fagaattanii ni jiraattan turttan, waayee yaada keessaniitii fi hujii hamaa keessaniitiin'llee, diinota isaa ni turttan.


Yaa obboleeyyan! Akka namoota abddii hin qabnee titti akka hin gaddine, waayee namoota du'anii dhugaa jiru akka beekittaniif ni jaalanna.


Kanaaf nu'u haa dammaqinnuu, mataa keenna toowachu'uun hagatti haa jiraannu malee, akka kaanniinii muguu hin qabnnu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ