Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Tiito'oo 2:4 - Waadaa Haarawa

4 Akkuma kana dubarttoonni dargaggoonni abbootii worraa isaaniitii fi ijoollee isaanii akka jaalatan,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

4 Dubartoonni maqaan Rabbii akka hin arabamne, worra abbaa manaa ufii jaalatan, worra ijoollee ufii jaalatan, worra uf qaban, woyyoota, worra mana ufiititti hojjatan,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Dubartoonni maqaan Rabbii akka hin arabamne worra abbaa manaa ufii jaalatan, worra ijoollee ufii jaalatan, worra uf qaban, woyyoota, worra mana ufiititti hojjatan,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Tiito'oo 2:4
5 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Worra Abbootiin worraa isaanii irraa du'an dubarttoonni umrii isaaniitiin ufi durana hin deemin, fedhiin isaanii ka foonii isaan injifatee jaalalli Kristosiif qaban yoo dhidhate abbaa worraa titti heerumu'uuf waan barbaadaniif, isaan galmmee haawotii hiyyeessaa irratti isaan hin barreessin.


Kanaaf haawotiin hiyyeessaa ka umrii isaaniitiin ufi durana hin deemin akka heeruman, ijoollee akka dayan, mana isaanii'llee akka ta'utti akka bulffatan ni gorssa, bifa kanaan diinni waan maqaa ittiin balleessuuf karaa ni dhaba.


Jaartolee akka haawwotaa keetii taasisii isaan laali, akkuma kana dubarttoota shamarranii akka oboleetiiwwan keetii taasfttee, qulqullummaa mudaa hin qabnneen isaan laali.


Akkuma kanaan'llee umri'iin ufi durana dubarttoonni deeman, amala isaaniitiin worra ka kabajaman akka ta'aniif malee hamattootaa fi worra araada dhugaati'ii qaban akka hin taanee fi barsiisicha mishaa ta'e akka barsiisaniif, isaan gorssi.


ufi eeggattootaa fi qulqullaawomota, mishaawwan abbootii worraa isaaniitiif'llee ka ajajaman akka ta'aniif, isaan haa barsiisan. Kana'llee ka raawwataniif dubbiin Waaqaa akka hin ashaminneef.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ