Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Tiito'oo 2:3 - Waadaa Haarawa

3 Akkuma kanaan'llee umri'iin ufi durana dubarttoonni deeman, amala isaaniitiin worra ka kabajaman akka ta'aniif malee hamattootaa fi worra araada dhugaati'ii qaban akka hin taanee fi barsiisicha mishaa ta'e akka barsiisaniif, isaan gorssi.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Akkasuma haawwotiin jaaran haalli jireenna isaanii tajaajila woyyu'uuf gayaa ta'uu barbaachisa, worra hin hamanne, worra dhuddoo daadhii woyyini'ii baayi'eetiin hin sobamnee fi worra waan mishaa barsiisu haa ta'anii.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Akkasuma haawwotiin jaaran haalli jireenna isaanii tajaajila woyyu'uuf gayaa ta'uu barbaachisa; worra hin hamanne, worra dhuddoo daadhii woyini'ii baay'eetiin hin sobamnee fi worra waan mishaa barsiisu haa ta'anii.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Tiito'oo 2:3
13 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Kanaaf balleessa'aan, hammeennaan, dondhumma'aan, dabaan, hinaafumma'aan, lubbuu ajjeefttumma'aan, woldhabaan, sobdumma'aan, hawwii hamaa maraan ka guuttaman, akkuma kana hamattoota,


Isiin anaa fi kaanniin'llee namoota baayi'ee ta gargaaritte waan taateef, amanittoota keessummoota ufitti fudhachuun akka bifa isin irra jiruu titti, maqaa Goofta'aatiin waan isaan barbaachisu maraanuu, akka isii gargaarttaniif yaboo ni jedha.


Wonitti akkanaa kun Kristaanotaaf waan hin taaneef gocha sagaagalaa yookiin battummaan bifa kamiituu yookiin dhoogata taasisuun haa hafuutii, odumaan'llee isaan irratti dhagayamuun hin malu.


Akkuma kana haawotiin worraa isaanii ka bajaman, nama ka hin hamanne, hagatti ka jiraatan, waan maraanuu amanamoota ta'utu isaan irra jira.


Akkuma kana gargaarttonni woldaya amanti'ii worra kabajamanii fi jecha isaaniitiin'llee ka dhaabatan, daadhii wooyinni'ii baayi'ee ka hin dhuginne, qarshi'iif worra hin haafofinne ta'u qaban,


Waayee dhukubbisata garaa keetiitii fi waayee dhibee kee ka yeroo maraatiif daadhii woyinni'ii muraasa dhugi malee, ammaa achitti bishaan qofa hin dhugin.


Ephiis Qophoos (itti gaafatamaa woldaya amanti'ii) ka hujii Waaqaa yabo'oon ka fudhate waan ta'eef ka hin ashaminne ta'uu ni qaba, akkuma kana ka hin boonne, dadafaan ka hin dallanne, ka hin machoofnne, namaan wol dhabaa ka hin ta'in, qarshi'iif ka hin haafofnne ta'uu qaba.


Akkuma kana dubarttoonni dargaggoonni abbootii worraa isaaniitii fi ijoollee isaanii akka jaalatan,


Haga ammaa yeroo turetti isin barsiisota ta'utu isin irra jira ture, garuu dubbiin Waaqaa barsiisa jalqabaatiin naminni bira'aa irra deebi'ee akka isin barsiisu ni barbaachisa, bifa kanaan ka isin barbaachisu aanan malee nyaata jaba'aa miti.


Garuu waan si irratti ashu tokko ni qaba, kun'llee, ‹Ani nabiyyitti'i› dubarttii jettu Eelzaabeeliin lashi itti jettee obissiteefii jirtta, isin'llee tajaajilttoonni kiyya akka sagaagalanii fi foon Waaqa harkaan hojjatamaniif qalame'llee akka nyaataniif barsiisu'uun, isaan dogoggorssitee jirtti.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ